Amoos 1:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Ani warra mandara Ashdood keessa jiraatan, isa ulee mootummaa baatus mandara Ashqalon keessaa nan buqqisa; mandara Eqroon irratti harka koo ol nan fudhadha, warra Filiisxiyaa keessaas kan hafan badduu in ba'u>> jedha Waaqayyo gooftaan>> jedhe. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Ani mootii Ashdoodii fi isa Ashqaloon keessatti bokkuu qabatu sana nan balleessa. Ani hamma hambaan Filisxeemotaa duʼuutti harka koo Eqroonitti nan deebifadha” jedha Waaqayyo Gooftaan. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 አን ሞቲ አሽዶዲፊ እሰ አሽቀሎን ኬሰት ቦኩ ቀበቱ ሰነ ነንበሌሰ። አን ሀመ ሀምባን ፍልስጤሞታ ዱኡት ሀርከኮ ኤቅሮንት ነንዴብፈዸ” ጄዸ ዋቀዮ ጎፍታን። Sien die hoofstuk |