Amoos 1:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 <<Waaqayyo akka jedhu! <<Warri mandara Gaazaa dabarsanii warra Edoomitti kennuudhaaf, saba guutummaatti waan boojisiisaniif, ani irra-daddarbaa isaanii isa keessa deddeebi'aniif adabni akka irraa deebi'u hin godhu! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Waaqayyo akkana jedha: “Ani cubbuu Gaazaa sadiif, afuriifis dheekkamsa koo duubatti hin deebisu. Sababii isheen hawaasa hunda boojitee Edoomitti gurguratteef, Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ዋቀዮ አከነ ጄዸ፦ “አን ጩቡ ጋዛ ሰዲፍ፣ አፉሪፍስ ዼከምሰኮ ዱበት ህንዴብሱ። ሰበቢ እሼን ሀዋሰ ሁንደ ቦጅቴ ኤዶምት ጉርጉረቴፍ፣ Sien die hoofstuk |