Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Amoos 1:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

2 Inni,<<Waaqayyo tulluu Xiyoon irraa in qaqawweessa'a, Yerusaalem keessaas sagalee isaa in dhageessisa; kaloon warra tiksituu in goga, gubbee tulluu Qarmelos irraas margi in coollaga>> jedhee dubbate*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

2 Innis akkana jedhe: “Waaqayyo Xiyoon keessaa iyya; Yerusaalem keessaa sagalee dhageessisa; dirreen tiksoonni itti bobbaasan ni goga; fiixeen gaara Qarmeloosis ni coollaga.”

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

2 እንስ አከነ ጄዼ፦ “ዋቀዮ ጥዮን ኬሳ እየ፤ ዬሩሳሌም ኬሳ ሰገሌ ዸጌስሰ፤ ድሬን ትክሶትን እት ቦባሰን ንጎገ፤ ፊጤን ጋረ ቀርሜሎስስ ንጮለገ።”

Sien die hoofstuk Kopieer




Amoos 1:2

Volg ons:

Advertensies


Advertensies