Amoos 1:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Waaqayyo akka jedhu!<<Warri biyya Amoon daarii biyya isaanii bal'ifachuudhaaf jedhanii, biyya Giil'aaditti garaa dubartoota ulfaa iyyuu waan tarsaasaniif, ani irra-daddarbaa isaanii isa keessa deddeebi'aniif adabni akka irraa deebi'u hin godhu! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Waaqayyo akkana jedha: “Ani cubbuu Amoon sadiif, afuriifis dheekkamsa koo duubatti hin deebisu. Sababii inni daangaa isaa babalʼifachuuf jedhee dubartoota Giliʼaad kanneen ulfa qaban baqaqseef Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ዋቀዮ አከነ ጄዸ፦ “አን ጩቡ አሞን ሰዲፍ፣ አፉሪፍስ ዼከምሰኮ ዱበት ህንዴብሱ። ሰበቢ እን ዳንጋሳ በበልእፈቹፍ ጄዼ ዱበርቶተ ግልኣድ ከኔን ኡልፈ ቀበን በቀቅሴፍ Sien die hoofstuk |