Amoos 1:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 <<Waaqayyo akka jedhu! Warri biyya Edoom billaa fudhatanii obboloota isaanii waan ari'aniif, oo'as waan hin argisiisiniif, aariin isaanii yeroo hundumaa waan boba'uuf, dheekkamsi isaaniis bara hundumaa waan itti fufeef, ani irra-daddarbaa isaanii isa keessa deddeebi'aniif adabni akka irraa deebi'u hin godhu! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Waaqayyo akkana jedha: “Ani cubbuu Edoom sadiif, afuriifis dheekkamsa koo duubatti hin deebisu. Sababii inni gara laafina hunda gatee obboleessa isaa goraadeedhaan ariʼeef, sababii aariin isaa ittuma fufee hoʼee dheekkamsi isaas utuu hin dhowwamin bobaʼeef, Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 ዋቀዮ አከነ ጄዸ፦ “አን ጩቡ ኤዶም ሰዲፍ፣ አፉሪፍስ ዼከምሰኮ ዱበት ህንዴብሱ። ሰበቢ እን ገረ ላፍነ ሁንደ ገቴ ኦቦሌሰሳ ጎራዴዻን አርኤፍ፣ ሰበቢ ኣሪንሳ እቱመ ፉፌ ሆኤ ዼከምስሳስ ኡቱ ህንዾወምን ቦበኤፍ፣ Sien die hoofstuk |