Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Amoos 1:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

1 Kun dubbii Amos, inni warra mandara Teqo'aa keessatti hoolota horsiisan keessaa tokko ture dubbatee dha; inni bara biyyi Yihudootaa iddoo lamatti hiramee, Uziyaan biyya Yihudaatti, Yerobi'aam ilmi Yeho'aash immoo biyya Israa'elitti mootota turanitti, waa'ee Israa'eliif waan itti mul'ate dubbate; kun immoo raafamuu lafaa isa beekamaa sana dura waggaa lama ture*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

1 Kun mulʼata Amoos inni tikseewwan Teqooʼaa keessaa tokko ture sun bara Uziyaan mootii Yihuudaa, Yerobiʼaam ilmi Yooʼaash immoo mootii Israaʼel turetti, utuu sochiin lafaa hin taʼin waggaa lama dura waaʼee Israaʼel argee dha.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

1 ኩን ሙልአተ አሞስ እን ትክሴወን ቴቆኣ ኬሳ ቶኮ ቱሬ ሱን በረ ኡዝያን ሞቲ ይሁዳ፣ ዬሮብኣም እልም ዮኣሽሞ ሞቲ እስራኤል ቱሬት፣ ኡቱ ሶቺን ለፋ ህንተእን ወጋ ለመ ዱረ ዋኤ እስራኤል አርጌዸ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Amoos 1:1

Volg ons:

Advertensies


Advertensies