3 ዮሀንስ 1:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Ijoolleen koo dhugaatti qabamanii jiraachuu isaanii dhaga'uun gammachuu koo ti; gammachuu kana irra caalus hin qabu. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Ijoolleen koo dhugaadhaan jiraachuu isaanii dhagaʼuu caalaa ani gammachuu guddaa hin qabu. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 እጆሌንኮ ዹጋዻን ጅራቹሳኒ ዸገኡ ጫላ አን ገመቹ ጉዳ ህንቀቡ። Sien die hoofstuk |