Aanlyn Bybel

- Advertensies -




2 ጢሞቴዎስ 1:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

8 Egaa akka Waaqayyo humna siif kennetti, wangeelaaf rakkachuu keessaa qooda qabaadhu malee, gooftaa keenyaaf dhugaa ba'uu, waa'ee koo isa ani sababii Kristosiif jedhee hidhames hin yeella'in*!

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

8 Kanaafuu waaʼee Gooftaa keenyaa dhugaa baʼuutti yookaan ana nama isaaf jedhee hidhametti hin qaanaʼin. Wangeelaaf dhiphachuu keessatti garuu humna Waaqaatiin na wajjin hirmaadhu;

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

8 ከናፉ ዋኤ ጎፍታኬኛ ዹጋ በኡት ዮካን አነ ነመ እሳፍ ጄዼ ህዸሜት ህንቃነእን። ወንጌላፍ ዽጰቹ ኬሰት ገሩ ሁምነ ዋቃቲን ነ ወጅን ህርማዹ፤

Sien die hoofstuk Kopieer




2 ጢሞቴዎስ 1:8

Volg ons:

Advertensies


Advertensies