2 ጢሞቴዎስ 1:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Waaqayyo hafuura humnaa kan jaalalaa fi kan of qabuu malee, hafuura ija-laafinaa nuuf hin laanne*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Waaqni hafuura humnaa, kan jaalalaatii fi kan of dhowwuu nuu kenne malee hafuura sodaa nuuf hin kennineetii. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ዋቅን ሀፉረ ሁምና፣ ከን ጃለላቲፊ ከን ኦፍ ዾዉ ኑ ኬኔ መሌ ሀፉረ ሶዳ ኑፍ ህንኬንኔቲ። Sien die hoofstuk |