2 ጢሞቴዎስ 1:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Haa ga'u gara Ximotewos ilma koo isa jaallatamaa! Waaqayyo abbaan, Kristos Yesus gooftaan keenyas ayyaana, araara, nagaas siif haa kennu*! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Gara Xiimotewos, ilma koo jaallatamaatti: Abbaa keenya Waaqaa fi Gooftaa keenya Kiristoos Yesuus irraa ayyaanni, araarrii fi nagaan siif haa taʼu. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ገረ ጢሞቴዎስ፣ እልመኮ ጃለተማት። አባኬኘ ዋቃፊ ጎፍታኬኘ ክርስቶስ ዬሱስራ አያን፣ አራሪፊ ነጋን ሲፍ ሃተኡ። Sien die hoofstuk |