2 ተሰሎኒቄ 3:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Gooftaan garaa keessan gara jaalala Waaqayyo ittiin nama jaallateetti, gara obsa Kristos argisiiseettis haa qajeelchu! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Gooftaan garaa keessan gara jaalala Waaqaatii fi gara obsa Kiristoositti haa qajeelchu. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ጎፍታን ገራኬሰን ገረ ጃለለ ዋቃቲፊ ገረ ኦብሰ ክርስቶስት ሃቀጄልቹ። Sien die hoofstuk |