2 ተሰሎኒቄ 3:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Nama akka ergaa kanatti dubbii keenyaaf hin abboomamne yaadaan qabadhaa! Akka inni yeella'uttis hidhata isaa ta'uu dhiisaa*! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Yoo namni kam iyyuu dubbii keenya kan xalayaa kana keessaatiif hin ajajamne, nama kana yaadatti qabadhaa. Akka inni qaanaʼuufis isa wajjin tokkummaa hin qabaatinaa. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 ዮ ነምን ከምዩ ዱቢኬኘ ከን ጠለያ ከነ ኬሳቲፍ ህንአጀጀምኔ፣ ነመ ከነ ያደት ቀበዻ። አከ እን ቃነኡፍስ እሰ ወጅን ቶኩማ ህንቀባትና። Sien die hoofstuk |