2 ተሰሎኒቄ 3:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Namoota akkasii kana gab jedhanii akka hojjetan, kan isaaniis nyaatanii akka jiraatan maqaa gooftaa Yesus Kristosiin in abboomna, in gorsinas*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Namoonni akkanaa akka gab jedhanii hojii hojjetanii fi akka buddeena ofii isaanii nyaataniif Gooftaa Yesuus Kiristoosiin isaan ajajna; ni gorsinas. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ነሞትን አከና አከ ገብ ጄዸኒ ሆጂ ሆጄተኒፊ አከ ቡዴነ ኦፊሳኒ ኛተኒፍ ጎፍታ ዬሱስ ክርስቶሲን እሳን አጀጅነ፤ ንጎርስነስ። Sien die hoofstuk |