Aanlyn Bybel

- Advertensies -




2 ተሰሎኒቄ 3:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

11 Amma immoo isin keessaa kaan hojjechuu dhiisanii dhibaa'ummaatti in jiraatu; ofii isaaniitii waan tokko illee hin hojjetan, hojii namaa keessa lixuu isaanii garuu in dhageenya.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

11 Akka isin keessaa namoonni tokko tokko dhibaaʼota taʼanii jiraatan dhageenyeerraatii. Isaan dhimma nama biraa keessa galuu malee ofii isaaniitii waan tokko illee hin hojjetan.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

11 አከ እስን ኬሳ ነሞትን ቶኮ ቶኮ ዽባኦተ ተአኒ ጅራተን ዸጌኜራቲ። እሳን ዽመ ነመ ብራ ኬሰ ገሉ መሌ ኦፊሳኒቲ ዋን ቶኮሌ ህንሆጄተን።

Sien die hoofstuk Kopieer




2 ተሰሎኒቄ 3:11

Volg ons:

Advertensies


Advertensies