2 ተሰሎኒቄ 2:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Ulfina gooftaa keenya Yesus Kristos isinis akka argattanitti inni karaa wangeela isa nuyi isiniif fidne kanatti isin waame*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Innis akka isin ulfina Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos keessatti hirmaattaniif karaa wangeela keenyaatiin kaayyoo kanaaf isin waame. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 እንስ አከ እስን ኡልፍነ ጎፍታኬኘ ዬሱስ ክርስቶስ ኬሰት ህርማተኒፍ ከራ ወንጌለኬኛቲን ካዮ ከናፍ እስን ዋሜ። Sien die hoofstuk |