2 ተሰሎኒቄ 1:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Isin warra rakkachaa jirtan immoo gaafa gooftaan Yesus ergamoota aangoo isaa wajjin waaqa irraa mul'atu nuyii wajjin kana jalaa isin in baasa*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 isin warra rakkattaniif, nuufis boqonnaa ni kenna. Kunis yommuu Gooftaan Yesuus ibidda balaliʼuun ergamoota isaa humna qabeeyyii wajjin samii irraa mulʼatutti taʼa. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 እስን ወረ ረከተኒፍ፣ ኑፍስ ቦቆና ንኬነ። ኩንስ ዮሙ ጎፍታን ዬሱስ እብደ በለልኡን ኤርገሞተሳ ሁምነ ቀቤዪ ወጅን ሰሚራ ሙልአቱት ተአ። Sien die hoofstuk |