2 ተሰሎኒቄ 1:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Kana danda'uun keessan immoo firdiin Waaqayyoo qajeelaa ta'uu isaa, isin immoo mootummaa Waaqayyoo isa amma dhiphachaafii jirtan kanaaf kan maltan ta'uu keessan in argisiisa*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Kun hundinuu akka murtiin Waaqaa qajeelaa taʼe mulʼisa; sababii kanaafis isin warra mootummaa isaa kan dhiphachaafii jirtan sanaaf maltan ni taatu. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ኩን ሁንድኑ አከ ሙርቲን ዋቃ ቀጄላ ተኤ ሙልእሰ፤ ሰበቢ ከናፍስ እስን ወረ ሞቱማሳ ከን ዽጰቻፊ ጅርተን ሰናፍ መልተን ንታቱ። Sien die hoofstuk |