Aanlyn Bybel

- Advertensies -




2 ተሰሎኒቄ 1:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

4 Ari'atamuu keessan hundumaatti rakkina baattan keessattis obsaa fi amantii isin qabdaniif nuyi waldoota Waaqayyoo keessatti isiniin of in jajna*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

4 Kanaafuu nu qorumsa isin obsitan sanaaf, ariʼatama hunda keessatti jabaattanii dhaabachuu keessanii fi amantii keessaniin waldoota Kiristaanaa Waaqaa keessatti sababii keessaniin of jajna.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

4 ከናፉ ኑ ቆሩምሰ እስን ኦብስተን ሰናፍ፣ አርአተመ ሁንደ ኬሰት ጀባተኒ ዻበቹኬሰኒፊ አመንቲኬሰኒን ወልዶተ ክርስታና ዋቃ ኬሰት ሰበቢኬሰኒን ኦፍ ጀጅነ።

Sien die hoofstuk Kopieer




2 ተሰሎኒቄ 1:4

Volg ons:

Advertensies


Advertensies