2 ተሰሎኒቄ 1:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Yaa obboloota ko, yeroo hundumaa waa'ee keessaniif Waaqayyoon galateeffachuun nu irra jira; amantiin keessan safara malee guddachaa, jaalalli hundumti keessan adda addaan waliif qabdan baay'achaa waan adeemuuf galateeffachuun keenya qajeelaa dha*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Yaa obboloota, sababii amantiin keessan baayʼee guddachaa, jaalalli hundi keessan walii keessaniif qabdanis ittuma dabalaa jiruuf nu yeroo hunda waaʼee keessaniif akka malutti Waaqa galateeffachuu qabna. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ያ ኦቦሎተ፣ ሰበቢ አመንቲንኬሰን ባይኤ ጉደቻ፣ ጃለል ሁንድኬሰን ወሊኬሰኒፍ ቀብደንስ እቱመ ደበላ ጅሩፍ ኑ ዬሮ ሁንደ ዋኤኬሰኒፍ አከ መሉት ዋቀ ገለቴፈቹ ቀብነ። Sien die hoofstuk |