2 ተሰሎኒቄ 1:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Kanaafis Waaqayyo keenya waamicha isaaf warra malan akka isin godhatuuf, gaarummaadhaafis hawwa gaarii hundumaa hojii amantiis humna isaatiin fiixaan akka baasuuf yeroo hundumaa isiniif in kadhanna*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Nus waan kana yaadatti qabachaa, akka Waaqni keenya warra waamicha isaatiif malan isin godhuuf, humna isaatiinis kaayyoo keessan gaarii hundaa fi akka hojii amantii keessanii hunda fiixaan isinii baasuuf utuu gargar hin kutin isinii kadhanna. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 ኑስ ዋን ከነ ያደት ቀበቻ፣ አከ ዋቅንኬኘ ወረ ዋምቸሳቲፍ መለን እስን ጎዹፍ፣ ሁምነሳቲንስ ካዮኬሰን ጋሪ ሁንዳፊ አከ ሆጂ አመንቲኬሰኒ ሁንደ ፊጣን እስኒ ባሱፍ ኡቱ ገርገር ህንኩትን እስኒ ከዸትነ። Sien die hoofstuk |