2 ተሰሎኒቄ 1:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Kunis guyyaa inni qulqulloota isaa keessatti ulfina argachuudhaaf warra isatti amanan hundumaa birattis dinqiitti ilaalamuudhaaf dhufu sanatti raawwatamuuf jira; isinis isa nuyi isinitti dhugaa baane waan amantaniif warra sanatti in lakkaa'amtu*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 kunis guyyaa inni qulqulloota isaatiin kabajamuu fi warra amanan hundumaa gidduutti dinqisiifatamuuf dhufutti taʼa. Isinis waan dhuga baʼumsa keenya amantaniif isaanitti lakkaaʼamtu. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ኩንስ ጉያ እን ቁልቁሎተሳቲን ከበጀሙፊ ወረ አመነን ሁንዱማ ግዱት ድንቅሲፈተሙፍ ዹፉት ተአ። እስንስ ዋን ዹገ በኡምሰኬኘ አመንተኒፍ እሳንት ለካአምቱ። Sien die hoofstuk |