2 ሳሙኤል 9:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Mefii-Bosheet inni miilli isaa lachuu naafa ture, sababii yeroo hundumaa maaddii mootichaa irraa nyaatuuf, Yerusaalem keessa in taa'e. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Mefiibooshetis sababii yeroo hunda maaddii mootii irraa nyaachaa tureef Yerusaalem keessa jiraata ture; miilli isaa lachuu naafa ture. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ሜፊቦሼትስ ሰበቢ ዬሮ ሁንደ ማዲ ሞቲራ ኛቻ ቱሬፍ ዬሩሳሌም ኬሰ ጅራተ ቱሬ፤ ሚልሳ ለቹ ናፈ ቱሬ። Sien die hoofstuk |