Aanlyn Bybel

- Advertensies -




2 ሳሙኤል 9:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

12 Mefii-Bosheet mucaa ilmaa <<Miikaa>> jedhamu tokko qaba ture; namoonni mana Ziibaa keessa jiraatan hundinuu Mefii-Bosheetiif in hojjetu turan.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

12 Mefiibooshet ilma dargaggeessa Miikaa jedhamu tokko qaba ture; warri mana Ziibaa jiraatan hundi hojjettoota Mefiiboostee turan.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

12 ሜፊቦሼት እልመ ደርገጌሰ ሚካ ጄዸሙ ቶኮ ቀበ ቱሬ፤ ወር መነ ዚባ ጅራተን ሁንድ ሆጄቶተ ሜፊቦሼት ቱረን።

Sien die hoofstuk Kopieer




2 ሳሙኤል 9:12

Volg ons:

Advertensies


Advertensies