Aanlyn Bybel

- Advertensies -




2 ሳሙኤል 9:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

11 Ziibaan mootichaan,<<Waanuma gooftaan koo mootichi ana garbicha isaa abboome hundumaa nan hojjedha>> jedheen; Mefii-Bosheet immoo akkuma ilmaan mootii keessaa isa tokkotti maaddii Daawit mootichaa irraa in nyaate.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

11 Ziibaanis mootichaan, “Ani garbichi kee waan gooftaan koo mootichi akka ani hojjedhuuf na ajaju hunda nan godha” jedhe. Kanaafuu Mefiibooshet akkuma ilmaan mootii keessaa nama tokkootti maaddii Daawit irraa nyaata ture.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

11 ዚባንስ ሞትቻን፣ “አን ገርብችኬ ዋን ጎፍታንኮ ሞትች አከ አን ሆጄዹፍ ነ አጀጁ ሁንደ ነንጎዸ” ጄዼ። ከናፉ ሜፊቦሼት አኩመ እልማን ሞቲ ኬሳ ነመ ቶኮት ማዲ ዳዊትራ ኛተ ቱሬ።

Sien die hoofstuk Kopieer




2 ሳሙኤል 9:11

Volg ons:

Advertensies


Advertensies