2 ሳሙኤል 9:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Gaaf tokko Daawit,<<Maatii Saa'ol keessaa namni hafe jiraa ree>> Namni hafe jira yoo ta'e, ani Yonaataaniif jedhee gaarummaa isatti argisiisuu nan barbaada>> jedhee in gaafate. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Daawitis, “Akka ani Yoonaataaniif jedhee arjummaa isaaf godhu namni maatii Saaʼol keessaa hafe amma jiraa?” jedhee gaafate. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ዳዊትስ፣ “አከ አን ዮናታኒፍ ጄዼ አርጁማ እሳፍ ጎዹ ነምን ማቲ ሳኦል ኬሳ ሀፌ አመ ጅራ?” ጄዼ ጋፈቴ። Sien die hoofstuk |