Aanlyn Bybel

- Advertensies -




2 ሳሙኤል 8:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

8 Akkasumas immoo mandaroota Hadaad-Ezer warra Bexaa fi Berootaayi jedhaman keessaa sibiila borrajjii baay'ee isaa fudhatee in adeeme.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

8 Daawit Mootichi magaalaawwan Hadaadezer jechuunis Bexaatii fi Beerootaay keessaa sibiila naasii akka malee baayʼee fudhate.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

8 ዳዊት ሞትች መጋላወን ሀዳዴዜር ጄቹንስ ቤጣቲፊ ቤሮታይ ኬሳ ስቢለ ናሲ አከ መሌ ባይኤ ፉዸቴ።

Sien die hoofstuk Kopieer




2 ሳሙኤል 8:8

Volg ons:

Advertensies


Advertensies