2 ሳሙኤል 8:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Biyya isaanii keessas loltoota in kaa'ate, warri Sooriyaas isatti bulanii gabbara in geessuuf turan; Waaqayyo immoo lafa Daawit dhaqe hundumaatti mo'icha in kenneef. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Ergasiis kutaa bulchiinsa Damaasqoo kan biyya Sooriyaa keessa qubata loltootaa dhaabbate. Warri Sooriyaas isa jalatti bulanii gibira fidaniif. Waaqayyos Daawitiif lafa inni dhaqe hundatti mooʼicha kenne. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ኤርገሲስ ኩታ ቡልቺንሰ ደማስቆ ከን ብየ ሶርያ ኬሰ ቁበተ ሎልቶታ ዻበቴ። ወር ሶርያስ እሰ ጀለት ቡለኒ ግብረ ፍደኒፍ። ዋቀዮስ ዳዊቲፍ ለፈ እን ዸቄ ሁንደት ሞእቸ ኬኔ። Sien die hoofstuk |