Aanlyn Bybel

- Advertensies -




2 ሳሙኤል 8:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

5 Namoonni Sooriyaa warri Damaasqoo keessa jiraatan Hadaad-Ezer mootii Zobaa gargaaruudhaaf in dhufan; Daawit immoo isaan keessaa namoota kuma digdamii lama rukutee in ajjeese.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

5 Yeroo warri Sooriyaa kanneen Damaasqoo jiraatan Hadaadezer mooticha Zoobaa gargaaruuf dhufanittis Daawit isaan keessaa nama kuma digdamii lama fixe.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

5 ዬሮ ወር ሶርያ ከኔን ደማስቆ ጅራተን ሀዳዴዜር ሞትቸ ዞባ ገርጋሩፍ ዹፈንትስ ዳዊት እሳን ኬሳ ነመ ኩመ ድግደሚ ለመ ፍጤ።

Sien die hoofstuk Kopieer




2 ሳሙኤል 8:5

Volg ons:

Advertensies


Advertensies