2 ሳሙኤል 8:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Daawit guutummaa Israa'el irratti mootii ta'ee, saba isaa hundumaaf firdii qajeelaa in kenne, wanta Waaqayyo duratti fudhatamaa ta'es in hojjete. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Daawit guutummaa Israaʼel irratti mootii taʼee saba isaa hundaaf murtii qajeelaa fi qajeelummaadhaan hojjete. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ዳዊት ጉቱማ እስራኤልረት ሞቲ ተኤ ሰበሳ ሁንዳፍ ሙርቲ ቀጄላፊ ቀጄሉማዻን ሆጄቴ። Sien die hoofstuk |