2 ሳሙኤል 8:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Daawit dachaa soogiddaa keessatti namoota Edoom keessaa kuma kudha saddeet rukutee ajjeesee erga deebi'ee booddee, guddaa beekamaa in ta'e*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Daawitis erga Sulula Soogiddaa keessatti Edoomota kuma kudha saddeet fixee deebiʼee booddee beekamaa taʼe. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ዳዊትስ ኤርገ ሱሉለ ሶግዳ ኬሰት ኤዶሞተ ኩመ ኩዸ ሰዴት ፍጤ ዴብኤ ቦዴ ቤከማ ተኤ። Sien die hoofstuk |