2 ሳሙኤል 8:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 isa innumti iyyuu ofii isaatii yeroo baay'ee lolaa ture sana mo'uu isaatiif, isa dubbisee gammaduufiif, ilma isaa Yoraamin Daawit mootichatti in erge; Yoraamis kennaa mi'a garaa garaa, meetii irraa, warqee fi sibiila borrajjii irraa hojjetaman geesseefii in dhaqe. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 akka inni sababii moʼannaa Daawit Mootichi Tooʼiin wal lolaa ture sun waraana keessatti Hadaadezer irratti argateetiif harka isa fuudhee dhaamsa gammachuu isaaf dabarsuuf ilma ofii isaa Yooraamin gara isaatti erge. Yooraamis kennaawwan meetii irraa, warqee fi naasii irraa hojjetaman fide. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 አከ እን ሰበቢ ሞአትና ዳዊት ሞትች ቶኢን ወል ሎላ ቱሬ ሱን ወራነ ኬሰት ሀዳዴዜር እረት አርገቴቲፍ ሀርከ እሰ ፉዼ ዻምሰ ገመቹ እሳፍ ደበርሱፍ እልመ ኦፊሳ ዮራምን ገረሳት ኤርጌ። ዮራምስ ኬናወን ሜቲራ፣ ወርቄፊ ናሲራ ሆጄተመን ፍዴ። Sien die hoofstuk |