Aanlyn Bybel

- Advertensies -




2 ሳሙኤል 7:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

7 Israa'eloota hundumaa wajjin lafan dhaqe hundumaatti abboota firdii Israa'el warra ani saba koo Israa'elin akka eeganiif abboome keessaa isa tokkoon illee:- muka gaatirraatiin maaliif mana anaaf ijaaruu didde>> jedhee beekaa ree?>> jedhi>> jedheen.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

7 Ani iddoon Israaʼeloota hunda wajjin naannaʼaa ture kamitti iyyuu bulchitoota akka isaan saba koo Israaʼelin eeganiif ajaje keessaa nama tokkoon iyyuu, “Isin maaliif mana birbirsaa naaf hin ijaarre?” jedhee beekaa?’

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

7 አን እዶን እስራኤሎተ ሁንደ ወጅን ናነኣ ቱሬ ከምትዩ ቡልችቶተ አከ እሳን ሰበኮ እስራኤልን ኤገኒፍ አጀጄ ኬሳ ነመ ቶኮንዩ፣ “እስን ማሊፍ መነ ብርብርሳ ናፍ ህንእጃሬ?” ጄዼ ቤካ?’

Sien die hoofstuk Kopieer




2 ሳሙኤል 7:7

Volg ons:

Advertensies


Advertensies