2 ሳሙኤል 7:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Erga bara ani Israa'eloota biyya Gibxii baasee jalqabee hamma ammaatti dunkaanuma keessa jiraachaa, iddoo buufataatii gara iddoo buufataatti darbaan ture malee, mana keessa hin jiraanne*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Ani gaafan Israaʼeloota Gibxii baasee jalqabee hamma harʼaatti mana keessa hin jiraanne. Ani iddoo jireenya koo dunkaana godhadhee iddoo tokkoo gara iddoo biraa naannaʼaan ture. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 አን ጋፈን እስራኤሎተ ግብጢ ባሴ ጀልቀቤ ሀመ ሀርኣት መነ ኬሰ ህንጅራትኔ። አን እዶ ጅሬኘኮ ዱንካነ ጎዸዼ እዶ ቶኮ ገረ እዶ ብራ ናነኣን ቱሬ። Sien die hoofstuk |