2 ሳሙኤል 7:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 inni,<<Dhaqii garbicha koo Daawitiin,<<Waaqayyo:- mana ani keessa jiraadhu kan anaaf ijaaru sii*? Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 “Dhaqiitii akkana jedhii garbicha koo Daawititti himi; ‘Waaqayyo akkana jedha: Kan mana ani keessa jiraadhu naaf ijaaru siʼii? Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 “ዸቂቲ አከነ ጄዺ ገርብቸኮ ዳዊትት ህም፤ ‘ዋቀዮ አከነ ጄዸ፦ ከን መነ አን ኬሰ ጅራዹ ናፍ እጃሩ ስኢ? Sien die hoofstuk |