2 ሳሙኤል 7:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Kana irratti Naataan immoo mootichaan,<<Waaqayyo sii wajjin waan jiruuf, ati wanta garaa keetti yaadde hundumaa godhi!>> jedhe. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Naataan immoo mootichaan, “Waaqayyo si wajjin jiraatii waan garaa keetti yaadde kam iyyuu godhi” jedhe. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ናታንሞ ሞትቻን፣ “ዋቀዮ ስ ወጅን ጅራቲ ዋን ገራኬት ያዴ ከምዩ ጎዽ” ጄዼ። Sien die hoofstuk |