Aanlyn Bybel

- Advertensies -




2 ሳሙኤል 7:29 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

29 Sanyiin ana garbicha keetii bara baraan itti fufee fuula kee dura akka jiraatuuf, ati isa eebbisuun jaalala kee haa ta'u! Yaa Waaqayyo gooftaa, ati akka dubbattetti, sanyiin ana garbicha keetii eebba keetiin bara baraan haa eebbifamu!>> jedhe.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

29 Akka manni isaa bara baraan jabaattee fuula kee dura dhaabatuuf ammas mana garbicha keetii eebbisuun fedhii kee haa taʼu; yaa Waaqayyo Gooftaa, ati dubbatteertaatii; eebba keetiinis manni garbicha keetii bara baraan ni eebbifama.”

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

29 አከ መንሳ በረ በራን ጀባቴ ፉለኬ ዱረ ዻበቱፍ አመስ መነ ገርብቸኬቲ ኤብሱን ፌዺኬ ሃተኡ፤ ያ ዋቀዮ ጎፍታ፣ አት ዱበቴርታቲ፤ ኤበኬቲንስ መን ገርብቸኬቲ በረ በራን ንኤብፈመ።”

Sien die hoofstuk Kopieer




2 ሳሙኤል 7:29

Volg ons:

Advertensies


Advertensies