Aanlyn Bybel

- Advertensies -




2 ሳሙኤል 7:27 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

27 Yaa Waaqayyo gooftaa maccaa, Waaqayyo isa kan Israa'el,<<Mootummaan sanyii ana Daawit garbicha keetii bara baraan jabaatee in dhaabata>> jettee mul'inatti waan anatti dubbatteef, ani garbichi kee si kadhachuudhaaf ija-jabina argadheera.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

27 “Yaa Waaqayyo Waan Hunda Dandeessu, Waaqa Israaʼel ati, ‘Ani mana siif nan ijaara’ jettee garbicha keetti waan kana mulʼifteerta; kanaafuu garbichi kee kadhannaa kana sitti dhiʼeessuuf ija jabina argateera.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

27 “ያ ዋቀዮ ዋን ሁንደ ደንዴሱ፣ ዋቀ እስራኤል አት፣ ‘አን መነ ሲፍ ነንእጃረ’ ጄቴ ገርብቸኬት ዋን ከነ ሙልእፍቴርተ፤ ከናፉ ገርብችኬ ከዸትና ከነ ስት ዽኤሱፍ እጀ ጀብነ አርገቴረ።

Sien die hoofstuk Kopieer




2 ሳሙኤል 7:27

Volg ons:

Advertensies


Advertensies