2 ሳሙኤል 7:26 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo26 Maqaan kee bara baraan guddaa haa ta'u! Yommus namoonni,<<Gooftaan maccaa Israa'el irratti Waaqayyoo dha!>> in jedhu; mootummaan sanyii garbicha kee Daawit jabaatee si dura haa dhaabatu! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa26 kunis akka maqaan kee bara baraan guddaa taʼuuf. Kana irratti namoonni, ‘Waaqayyoon Waan Hunda Dandaʼu Israaʼel irratti Waaqa!’ ni jedhu. Manni garbicha kee Daawitis fuula kee duratti jabaatee ni dhaabata. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ26 ኩንስ አከ መቃንኬ በረ በራን ጉዳ ተኡፍ። ከነረት ነሞትን፣ ‘ዋቀዮ ዋን ሁንደ ደንደኡ እስራኤልረት ዋቀ!’ ንጄዹ። መን ገርብቸኬ ዳዊትስ ፉለኬ ዱረት ጀባቴ ንዻበተ። Sien die hoofstuk |