2 ሳሙኤል 7:25 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo25 <<Ammas yaa Waaqayyo gooftaa, waa'ee ana garbicha keetiitiif, waa'ee sanyii kootiitiifis abdii isa kennite bara baraan cimsi! Wanta abdachiiftes raawwadhu! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa25 “Ammas yaa Waaqayyo, yaa Waaqi, ati waadaa garbicha keetii fi mana isaatiif galte sana bara baraan eegi. Kanas akkuma waadaa galte sana raawwadhu; Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ25 “አመስ ያ ዋቀዮ፣ ያ ዋቅ፣ አት ዋዳ ገርብቸኬቲፊ መነሳቲፍ ገልቴ ሰነ በረ በራን ኤግ። ከነስ አኩመ ዋዳ ገልቴ ሰነ ራወዹ፤ Sien die hoofstuk |