2 ሳሙኤል 7:23 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo23 Saba dhuunfaa kee godhachuudhaaf kan ati furte saba Israa'el malee, sabni kan biraa hin jiru; saba kee warra biyya Gibxii baafte kana duraa saba warra kaan, waaqayyolii tolfamoo isaaniis ariitee baaftee, hojii kee isa guddaa fi sodaachisaadhaan maqaan kee akka beekamu in goote*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa23 Sabni akka saba kee Israaʼel, kan Waaqni akka inni saba isaa taʼuuf maqaa ofii isaa dhaabbachuuf jedhee isa furuuf saboota ormaatii fi waaqota isaanii illee fuula isaa duraa ariʼuudhaan dinqiiwwan gurguddaa fi sodaachisaa argisiisuudhaan baʼee biyya Gibxii furee baase kan biraa lafa irraa kamii dha? Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ23 ሰብን አከ ሰበኬ እስራኤል፣ ከን ዋቅን አከ እን ሰበሳ ተኡፍ መቃ ኦፊሳ ዻበቹፍ ጄዼ እሰ ፉሩፍ ሰቦተ ኦርማቲፊ ዋቆተሳኒሌ ፉለሳ ዱራ አርኡዻን ድንቂወን ጉርጉዳፊ ሶዳችሳ አርግሲሱዻን በኤ ብየ ግብጢ ፉሬ ባሴ ከን ብራ ለፈራ ከሚዸ? Sien die hoofstuk |