Aanlyn Bybel

- Advertensies -




2 ሳሙኤል 7:21 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

21 Dubbii keetiin isa abdachiifteef jettee akka yaada keetiitti wanta guddaa kana gooteetta, ana garbicha keettis beeksifteetta.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

21 Ati sababii dubbii keetiitii fi akkuma fedhii keetiitti waan guddaa kana hojjettee akka garbichi kee beeku goote.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

21 አት ሰበቢ ዱቢኬቲቲፊ አኩመ ፌዺኬቲት ዋን ጉዳ ከነ ሆጄቴ አከ ገርብችኬ ቤኩ ጎቴ።

Sien die hoofstuk Kopieer




2 ሳሙኤል 7:21

Volg ons:

Advertensies


Advertensies