2 ሳሙኤል 7:20 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Yaa Waaqayyo gooftaa, ati ana garbicha kee beekta, ani waa'ee kanaatiif kana caalaa maal jechuun danda'a ree>> Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 “Daawit kana caalaa maal jechuu dandaʼa? Yaa Waaqayyo Gooftaa, ati garbicha kee ni beektaatii. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 “ዳዊት ከነ ጫላ ማል ጄቹ ደንደአ? ያ ዋቀዮ ጎፍታ፣ አት ገርብቸኬ ንቤክታቲ። Sien die hoofstuk |