2 ሳሙኤል 7:19 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Yaa Waaqayyo, kunumti iyyuu si duratti kan ga'u ta'ee mul'achuu dinnaan, sanyiin garbicha keetii gara fuul duraatti maal ta'uuf akka jiru ati dubbatteetta; yaa Waaqayyo gooftaa, kun seera ta'ee warra kaaniifis in hojjetaa>> Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 Yaa Waaqayyo Gooftaa, akka waan wanni kun fuula kee duratti gaʼaa hin taʼiniitti ati waaʼee mana garbicha keetii kan fuul duratti taʼus dubbatte. Yaa Waaqayyo Gooftaa, edaa walitti dhufeenyi ati namoota wajjin qabdu kanaa? Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 ያ ዋቀዮ ጎፍታ፣ አከ ዋን ወን ኩን ፉለኬ ዱረት ገኣ ህንተእኒት አት ዋኤ መነ ገርብቸኬቲ ከን ፉል ዱረት ተኡስ ዱበቴ። ያ ዋቀዮ ጎፍታ፣ ኤዳ ወልት ዹፌኝ አት ነሞተ ወጅን ቀብዱ ከና? Sien die hoofstuk |