2 ሳሙኤል 7:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Saa'ol isa si dura ture mootummaa irraa buusee, gaarummaa koo akkan irraa deebise, ilma kee sana irraa garuu gaarummaa koo hin deebisu*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Jaalalli koo garuu akka jaalala ani Saaʼol isa ani fuula kee duraa balleesse sana irraa fudhadhe isa irraa hin fudhatamu. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ጃለልኮ ገሩ አከ ጃለለ አን ሳኦል እሰ አን ፉለኬ ዱራ በሌሴ ሰነራ ፉዸዼ እሰራ ህንፉዸተሙ። Sien die hoofstuk |