2 ሳሙኤል 7:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Ani abbaa isaaf nan ta'a, innis ilma koo in ta'a; yommuu inni balleessu akka nama ilma isaa adabuutti karaabaadhaan reebee isa nan adaba*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Ani isaaf abbaa nan taʼa; innis ilma naa taʼa. Yommuu inni balleessaa hojjetuttis ulee namootaatiin isa nan adaba; alangee ilmaan namaa ittiin garafamaniinis nan garafa. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 አን እሳፍ አባ ነንተአ፤ እንስ እልመ ና ተአ። ዮሙ እን በሌሳ ሆጄቱትስ ኡሌ ነሞታቲን እሰ ነንአደበ፤ አለንጌ እልማን ነማ እቲን ገረፈመኒንስ ነንገረፈ። Sien die hoofstuk |