2 ሳሙኤል 7:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Inni ulfina maqaa kootiif mana qulqullummaa anaaf in ijaara, ani immoo teessoon mootummaa isaa bara baraan jabaatee akka dhaabatu nan godha*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Kan maqaa kootiif mana ijaaru isa; anis teessoo mootummaa isaa bara baraan jabeessee nan dhaaba. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ከን መቃኮቲፍ መነ እጃሩ እሰ፤ አንስ ቴሶ ሞቱማሳ በረ በራን ጀቤሴ ነንዻበ። Sien die hoofstuk |