Aanlyn Bybel

- Advertensies -




2 ሳሙኤል 7:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

12 Barri kee ga'ee yommuu duutu, abboota kee birattis yommuu awwaalamtu, sanyii kee keessaa tokko iddoo kee mootii nan godha; innis warra ati dhalchite keessaa tokko in ta'a; mootummaa isaas nan jabeessa.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

12 yommuu barri jireenya keetii dhumee ati abbootii kee wajjin boqottutti ani akka inni iddoo kee buʼuuf sanyii kee kan gudeeda keetii baʼu nan kaasa; mootummaa isaa illee jabeessee nan dhaaba.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

12 ዮሙ በር ጅሬኘኬቲ ዹሜ አት አቦቲኬ ወጅን ቦቆቱት አን አከ እን እዶኬ ቡኡፍ ሰኚኬ ከን ጉዴደኬቲ በኡ ነንካሰ፤ ሞቱማሳሌ ጀቤሴ ነንዻበ።

Sien die hoofstuk Kopieer




2 ሳሙኤል 7:12

Volg ons:

Advertensies


Advertensies