2 ሳሙኤል 7:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Yeroo ani abboota firdii saba koo Israa'eliif kaasee jalqabanii kan hojjechaa turan deebi'anii isaan irratti hin hojjetan; diinota kee hundumaa si irraa eegee akka ati boqottu nan godha; mootummaa sanyii keetiif akkan dhaabu sitti nan beeksisa! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 isaan siʼachi waan gaafa ani saba koo Israaʼel irratti abbootii murtii muudee as godhan sana illee hin godhan. Ani diinota kee hunda jalaas sin boqochiisa. “ ‘Akka Waaqayyo mataan isaa mana siif ijaaru Waaqayyo sittin hima; Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 እሳን ስአች ዋን ጋፈ አን ሰበኮ እስራኤልረት አቦቲ ሙርቲ ሙዴ አስ ጎዸን ሰነሌ ህንጎዸን። አን ዲኖተኬ ሁንደ ጀላስ ስን ቦቆቺሰ። “ ‘አከ ዋቀዮ መታንሳ መነ ሲፍ እጃሩ ዋቀዮ ስት ንህመ፤ Sien die hoofstuk |