2 ሳሙኤል 7:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Saba koo Israa'eliif iddoo nan kenna, akka isaan biyya ofii isaanii keessa jiraataniif, deebi'aniis akka isaan hin goolamneef, isaan nan dhaaba; si'achi namoonni jal'oonni akka yeroo duraa sana isaan hin cunqursan. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Ani akka isaan mana ofii isaanii qabaatanii fi siʼachi hin raafamneef saba koo Israaʼeliif lafa kennee isaan nan dhaaba. Namoonni hamoon akka jalqabatti godhan sana deebiʼanii isaan hin cunqursan; Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 አን አከ እሳን መነ ኦፊሳኒ ቀባተኒፊ ስአች ህንራፈምኔፍ ሰበኮ እስራኤሊፍ ለፈ ኬኔ እሳን ነንዻበ። ነሞትን ሀሞን አከ ጀልቀበት ጎዸን ሰነ ዴብአኒ እሳን ህንጩንቁርሰን፤ Sien die hoofstuk |