2 ሳሙኤል 6:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Oobdii midhaanii Naakon bira yommuu ga'an immoo, qotiyyoon konkolaataa sana harkisan waan gufataniif, Uzaan sanduuqa kakuu sana qabuudhaaf itti in hiixate. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Yommuu isaan oobdii Naakoon bira gaʼanitti waan sangoonni gufataniif Uzaan harka isaa hiixatee taabota Waaqaa qabe. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ዮሙ እሳን ኦብዲ ናኮን ብረ ገአንት ዋን ሰንጎን ጉፈተኒፍ ኡዛን ሀርከሳ ሂጠቴ ታቦተ ዋቃ ቀቤ። Sien die hoofstuk |